Ergaa bara boodaa

www.sdalbm.hpage.com
Mallatoo Busaayyichaa ykn 666

 

Bineensichi namni hundinuu,xinnan,guddan,soorresi, hiyyeessi,birmaduun akkasumaas garbis,harka mirgaa irrati yookiis adda isaanii gubaa irratti akka MALLATTOO isaa kana akka fudhaatan tasiisa. Kana gochuun isaas immo gubaa bineensichaa isaa duraa maqaa isaa yookis lakkofsa maqaa isaa agarsiisu of irraa yoo qabaate malee, bituu fii gurguurus akka hin dandeenyeef. Kana keessatti oggumman ni barbaadama. Laakkofsi kun maqaa namaatiin wan dhaabatuuf, namni samuu qabuu laakkobsicha lakka'ee bira ga'uu ni danda'a. Laakkobsi isaa immoo dhibbaa jahaafi jahaatami jaha.
MULLATAA YOHAANISI 13:16-18.
1.Busaayiichii enu?
2.Lakkoofsi (666) kun maali?
3.Mallaato jechoon maali?
4.Chaapha jechuun maali?
5.Mallaatto kana harkafi adaati fudhachuun akkamiti?
6.Lakkofsi (666) lakkkofsa nama akkamiti ta'e?

 

1-Akkuma beekamu akka hiika raagaati busaayyaa jechuun mootumaa dhuunfata. FkN Busaayyicha raaga Yohaanis 13:1 irra jiru yoo dubbistan busaayyichi mootumaa Uumata keesaa bayeefii Uumata saba adda addaa irraa ijaarame akka ta'eefii iniis U.S.A. ta'uu isaa ni hubatama.

2-Laakofsi 666 maqaa abaa angoo kan ta'e ibsa. iniis hayyuu mana kadhaa Kaatolik Roomaa kan ta'e maqaa Phaaphaasichaati. Phaaphaasichi waaqa ufiin hin jene. haata'uu malee akka ilma waaqqayyoo ta'eefii waaqaaf namoota jiduu ta'uudhaan lafa kanarati hojjaa arsaa akka dalaguuf cubuu namootaa akka dhiisuuf angoo akka waaqaraa isaa kename dubata.

Yaada kana beektoni afaan ingliiziitiin Anti-christ yookiin farra kiristoosii jechuun ibsu. sababiin isaas gayee hojjaa kiristoosii kan ta'e fudhachuu isaatiifii Ilma waaqayyootiti ufi bikuu isaatiif.Phaaphaasichi mallatoo (maqaa addaa kan ta'e) mogaasa afaan sadiin qaba. Iniis Afaan Hibrootaa, Afaan Giriikotaafii afaan Roomaatiin. Kuniis mallatoo maqaa kan ta'e laakkofsa dhibba jahaafii jahaatamii jahaani(666) kan woli simateedha.Philaaxoos afaan biyya sadihiitiin "kun mooticha ayhuudiiti" kan jedhu bareesuun mataa fanoo kiristoosii irratti akka manxafamu godhe. Ertuu kanarratti kan nama dinqu afaan beekamaa kanaan akka kiristoos mootii ta'e baarresuu philaaxoosiiti!. Kuniis osoo waakatee du'aaf dabarsee isa kenaa jiru mootii ta'uu kiristoosii amanee fudhachuu isaati. Karaa biraatiin lubooni amantaa immo philaaxoosiin hin bareessin jedhanii yeroo falman argina. Kuniis iciitiin baduma bara kanaa olgudate kun dhosaan hojjachaa turuu isaa argina. LUQAASII 23:38. Dhugumaan kiristoos mootii ayhuudiittf mootii lafanaati. Kanaaf waaqqayyoon harka philaaxoosiitiin bareefamichi akka baraayyu kan godheef. Phaaphaasichaa garuu angoo tokoos kan hin kenamneef nama kan ta'eedha. kana qofaas mitii wonti nama biroo irraa isa olguddise hafuura batii seexanaafii woroota mootota addunyaatti. mogaasni isaa kename akka armaan gadii ta'a.

AFAAN ROOMAATIIN

VICARIUS= baka bu'aa

FILII= ilma

DEI=waaqaa

 

 

V = 5   F = 0   D = 500
I = 1   I = 1   E = 0
C = 100   L = 50   I = 1
A = 0   I = 1       --------
R = 0   I = 1       501
I = 1       --------
U/V = 5       53
S = 0
    --------

112 + 53 + 501 = 666

    112

 

 

AFAAN HIBROOTAATIINN:

 

 

ROMIITH
jechuun mootumaa roomii jechuudha

R = 200 resh
O = 6 waw (vav)
M = 40 mem
I = 10 yod
I = 10 yod
TH = 400 taw
--------------
666

 

ROMITI
jechuun nama roomii jechuudha

R = 200 resh
O = 6 waw (vav)
M = 40 mem
I = 10 yod
T = 400 taw
I = 10 yod
----------
666

 

 

 

ROMITI jechuun afaan Hibrootaatiin namicha room jechuu yeroo ta'uu ROMIITH jechuun immo bulchiinsa mootumaa roomii jechuudha.

AFAAN GIRIIKOTAATIIN

 

 

L = 30 lambda
A = 1 alpha
T = 300 tau
E = 5 epsilon
I = 10 iota
N = 50 nu
O = 70 omicron
S = 200 sigma
------------
666

 

 

LATEINOS kan jedhu Jecha giriikii duriitiin "nama dubataa ykn hayuu laatin" hiika jedhu qaba. Afaanuma kanaan mogaasa maqaa kan biraa kan ta'e qaba iniis;

 

 

H = 0 (transliterated)
E = 8 eta
   
L = 30 lambda
A = 1 alpha
T = 300 tau
I = 10 iota
N = 50 nu
E = 8 eta
   
   
B = 2 beta
A = 1 alpha
S = 200 sigma
I = 10 iota
L = 30 lambda
E = 5 epsilon
I = 10 iota
A = 1 alpha

666

 

 

3-Mallatoo jechuun amala gaarumaafii amala badumaa kan bakka bu'uudha. Akka yaada Maatiwoosii 11:28-30 irratti arginuti ba'aa cubuu ykn amala hamaa ta'e keena kiristoos irratti hiikachuun akka amala haaraya isaraa baranuuf seera isaa hundaa seera kudhan amalaa isaa ta'e jireenya keenyaa wolliti maknu nu kadhata ykn nu gaafata.

4-Wontootni lamaa chaapaa jedhamanii waamamuu ni danda'u. ISAANIIS;

1-Meeshaa mallaticha godhuuf fayyaduufii

2-Mattuma mallatooti

Chaappaa waaqqayyoo yoo jennu seera waaqqayoo hundumaaf sanbbata yookiin seera arfafaa caalati haala addaatiin meeshicha chaapesata. sababiin isaas maqaa seera kenu ulfiniifii angoon isaa bareefamni argamu seera arfafaa kana keessatti. Sanbaniis seera qulqullumaa waaqqayootiif hojaa jijjiirama hafuuraa qulquluu mudhisani.

5-Mallatoo harkaaf addatti fudhachuu jechuun namni kamuu wona dhaabatef tokko akka dhaabatichi sun kaayoofii karoori isaa galmaan bahu gochuuf jalqaba samuti fudhata. itti ansuudhaaniis harka mirgaa dhaabbatichaa ta'ee hojjaa raawwata.

The Mark of the Beast.

6-Laakofsi 666 laakofsa namaati jechuun ibsa yohaanis. sababiin isaas phaaphaasichi yookiin Lubichi amantaa kaatolik nama malee waaqaa mitti gadi fageenyaan xiinxaluun kan barbaachisu.

Akkuma qabxiiwwan armaan olii shallagii maqaa namaa (Phaaphaasichaa) kun 666 ta'u isaatiif kun immo qabxii abukaatumaa Phaaphaasichaa ni morma (faallesa). "Utuu ani gaanfota kana ilaalee yaaduu, kunoo gaanfi xinaan kan biraa tokko isaan gidduudhaan quuqe ol ba'e; gaanfota warra duraa keessaa warri fuula isa xinnaa kana dura jiran sadan in buqqifaman; kunoo, ijji akka ija namaa ganfa xinaa kanatti ture; afaan ufi tuullumaan dubbatu qaba ture.". Kitaaba Daani'el raajjichaa 7:8

Hanga adda garboota waaqqayoo keenaa chaapheesinetin jenuuf lafas (dachees) ta'e yookinis garbaa yookinis mukenis hin midhiina jedheeni. MULATA YOHAANIS 7:3 Eertun kun mallaatton lama (2) jirachuu mudhisa.

1.Mallattoo fayyuumsaa (chaapha waaqqayyoo).
2.Mallattoo dharaa (soba) (chaapha busaayyichaa)

Akka Eertuu yaada Yohaanis kanaa keessatti namni kamiyuu chaaphaa lama kanini keessaa tokkon chaapheefamun isaa dirqqama isaa ta'a. Karaa biraatin immo seera waaqqayootiif bitamuu ykn seerra namaatiif bittamuu jechuudha. Akkuma beekkamu kutaa qaama keenaa keessaa samuun gayyee gudaa qaama guuttuu namatif akka qabu dhugaa namni hunduu itti wolii galu. Kanaaf amali nama tokkoo kan bikkamu yeroo bayee beekkumsaf hubbanoota samuu namtichaan qabu irrati.

Kana qofaas miti ssamuu nama tokkoo akka sirritti yaduuf seeran akka bayee galu yokiin sochii isaa akka raawwatu kan godhuu mottora Uummamaa tokko. Sababa kanaaf iddoon Chaaphaa dhugaatti, Chaaphaan dharaa itti dhayyamu kutaa qaama keenaa keessaa samuu wontii filateef. Kuniis samuun boojji'amee jenaan guuttuun namtichaa qaama tokkocha jala ole jechuudha.

The Mark of Cain

 

MACAAFA SEERA UMAMAA 4:15 Waaqqayyo qaayyel adda isaa irratti mallatoo irraa hin baane itti godhe. Kuniis amala isaa kan sirritti mudhise. Kanaan booda mallatichi Qaa'eliin nama duraa isa dhoksuu hin dandeene. Kanaaf Qaa'el akka namni isa hin ajeesne gara lafa biyya bonaati baqate. jiruu isaalee achiti dabarsaa ture.

 

HIZQEELII 9:4 Asiiti immo waaqqayoon baduumsa iyaruusalamiitiin dura namota isa akka chaapheefate argina.
HIZQEELII 9:5-6 kan mallattoo hin qabne hundinu akka harka dinttotaatiin badaan argina.

Baroota baayyee keessatti namootni amali waaqqayyoo isaan yoo hin dhunfaane, yeroo balaan isaan baleessu dhuffe Eedoon waaqayoo balaa saniraa isaan hanbisuu akka hin dandeenne argina. Haata'uu mallee qulqqulloota waaqqayootif yeroo rakoon adunyaatif ariisaan lafaraa isaan qunameetin jedhuu akka maleekota isaanii ramadeetin jedhu argiina.

kuniis worotaa amala Kirstosii (ufaata adii) ufachuun seerrota kudhaanii 10 waaqqayoo barbaachissumaa isaa wojjiin woraa egan, keessumatuu mallaatto chaapha waaqqayyoo kan ta'e GUYYAA SANBBATTAA DHUGGAA qulqqullumaan woraa egan irratti.

Faallaa kanaatiin amoo worri malla ttoo busaayyichaa fudhaachun seerra waaqqayoo lukkaan irraa demudhaan harkaa mirgaa isaanii oli qabuudhaan amantaa dharaa kan ta'e (kan bifaa siyaasa qabuufii yeroodhaaf addunyaa irratti maqaan isaa olaantumaa argateeruf) woorootni mudhisan, mallattoo dharaa kan ta'e Dilbbata guyyaa 1ffaa ykn guyaa aduu (sun+day=sunday worship) woroota Eeganin.

kunin woroota amaala ufii isanii jijjiirachuu dhabaafi amala seexanatin woroota booji'ame ykn woroota seera phaaphasichatif bitaame.

Akkuma beekamu lakkofsa busaayichaatif wonti hin jedhaamne hin jiruu. worri amantaa qabuus ta'ee kan hin qabnees, LAAKKOFSA SEXAANA jechoon lakkofsa kana jibuu isaa dubbatu.Yeroo garii akka tasaati namoni yeroo bitanii gurgguran shaarafni qarshii ykn galiin omishaa lakkofsa kana (666) yeroo iti dhufuu namooni bayee dhiphaatun maaf lakkofsi kun na dhufee jechoon tilimaamma garagara ufi iraati keenu.

Dhugaan jiruu amoo lakkofsi qarshii ykn galiin omishaa lakkofsa kana yoo ta'e irraa hiriisu ykn irrati dabaluu osoo hin tanee mallattichi nama kamiin akka baka bu'uu qorachoof kalatii isaa beekkun barbaachisa ta'a.

Yaani namoota biroos akka arman gadii ta'a;

1.Lakkoofsi kun lakkofsa compiwuterat?
2.Lakkofsi kun lakkofsa wajjiirati?
3.Lakkoofsi kuni lakkofsa mottummaati?

GARRUU DEEBIIN LAAKKOFSA NAMAATI.KANAAF EENNU INNI NAMMICHI KUNI?

Lakkofsii kara biraatin suduudan kan ibsuu barbadee lakkofsa nama akka ta'e dubbata. Namni kunis hayuu sooba kan ta'e dinaa ijjoolle waaqayootif dinaa Kirsitos PHAPHAASI ta'u isaati. Akkuma gubati ibsame Maqan Phaaphaasota mana kadhaa KAATOLIKKII afaan sadiihiin jechuuniis; afaan ibrayiisitotata, afaan Giriikota fii afaan Romootatin shaalagunii lakoofsa kana miriikanesaniru.

Akkasumaas Mottoottin adunyaa gurguudon NABBUUKADANASTORI irraa egalee woroon adunyaa tana bulchaan kara malalchiisa ta'en lakkoofsi kun itii dhufeera. Lakkofsa kana kara kamiin namootin kan biroo kallachaa isaanii irrati fudhaatan? Adiventotinisi ta'ee namoon biroo woroon mallatto angoo PHAAPHASI kan ta'ee guyyaa dilbaata fudhaachun guyyaa qulqquulluu SANBAATA 7FFAA jisuuni bateesu hundii lakkofsa kana fudhachuun isaa kan mirkanayee. Worooni lakkofsi kun yeroo bayee itii dhufuu woroota amaala siyaasa (POLOTIKKAA) tif amaala amanta qaban. kana jechuun mottummaa addunyaatif mottumma saami woraa barbaadu jechuu.

Qulqqullooni garuu faallaa kanan amaanta isaan woli makaama siyaasa irraa adaa basuun kara qulqqulluu ta'eni mottummaa lafaa dhisuun mottuumma saami qofaa akka dhara'ani argina. Kana irraa kan ka'e mottummaan dukkana kan arman oliti tuqamee suni qulquulloota cabsee RAAGA DANI'EL 7:25
akasuumas maqa arabaa isaatin waaqa arabsee.

KANAAF EENUUS KAN ADHA WAAMICHA BABYLONII BAYII JEDHU DHAGAYUUF KAN GURRA DHAGAYYU QABU HUNDAAFUU DHAAMSAA GABAABBAA KEENA KANA DHAGAYUUN BABYLON KEESSA BAYEE KIRTOSII DHIYEENATI DHUFUUF JIRU AKKA EGGATU HAWWUU KEENAF GAMACHUU KEENA.




Kommentarer

Kommentera inlägget här:

Namn:
Kom ihåg mig?

E-postadress: (publiceras ej)

URL/Bloggadress:

Kommentar:

Trackback
RSS 2.0